Matthew 3:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yerusaalem irraa, Yihudaa irraa, biyya cinaa laga Yordaanosii mara irraa kolbaan gara isaa dhutte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama Yerusalemu jiruufi ka Yudeatiifi ka arda Yordani ch'ufti gara Yohana yae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii Yerusaalem jiruu, ka Yihudaatii fi ka arddaa Yordanos cuftii gara Yoh. aannis yaa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Yerusaalemii, Yihuuda'aa fi biyya cinaa laga Yoordaanosii maraa irraa baniin gara isaa dhufan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san Yeruusaaleemii, Yihuuda'aa fi biyya cinaa laga Yoordaanosii maraa irraa baniin gara isaa dhufan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti'llee Yerusaalemii fi arddii Yihuda'aa mara irraa, naannoo Yordaanosii mara irraa'llee, namoonni gara Yohaannisii ni dhufan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yerusaalem irraa, Yihudaa irraa, biyya cinaa laga Yordaanosii mara irraa kolbaan gara isaa dhutte.