Matthew 3:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan cubbuu ifii dhugaa baasanee, laga Yordaanosiitiitti harka Yohaannisiititti cuuphamane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri daba ufi himannaani inni galaana Yordani keesati worra batise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii cubbuu ufii himanaan innii galaana Yordanos keessatti warra cuuphe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cubbuu ufii himata'aa laga Yoordaanosii keessatti harka Yohaannisiititti cuuphaman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Cubbuu ufiillee himata'aa laga Yoordaanoosii keessatti harka Yohaannisiititti cuuphaman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Cubbuu isaanii himata'aa, laga Yoordaanosii, harka Yohaannisii titti ni cuuphaman turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan cubbuu ifii dhugaa baasanee, laga Yordaanosiititti harka Yohaannisiititti cuuphamane.