Matthew 3:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yohaannis Fariisaayotaa fi Saduqoota hedduu cuphamiisaaf gara isaa dhufiisatti jirtu yennaa dhagge, “Isin ilmaan buuti'ii! Akka isin mufii Waaqaa ta isinitti dhufaartu jalaa baqattanu eennutti isinitti hime?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Farisayoofi Sadukayoni hedduuni aada batiso fed'achu d'umnaani, Yohanani waan worraani jed'e, Isani ilmaani bofaati, eentu dalansu hegeri duraa baqad'a isaniini jed'e?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fariisotaa fi Saduqootii hedduun aadaa cuuphamaa fudhachuu dhumnaan, Yoh. aannis warraan, “Isan ilmaan bofaa-buutii, eentu dallansuu hegerii duraa baqadhaa isaniin jedhe?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yohaannis Fariisotaa fi Saduuqoonni hedduu cuphamu'uuf gara isaa hennaa dhufan argee, «Isin ilmaan buuti'ii! mufii Rabbii ta isinitti dhufa'aartu jalaa akka baqattan eentu isinitti hime?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yohaannis Fariisotaa fi Saduuqonni hedduu cuphamu'uuf gara isaa hennaa dhufan argee, «Isin ilmaan buuti'ii! Akka isin mufii Rabbii ta isinitti dhufa'aartu jalaa baqattan eentu isinitti hime?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu Yohaannis Fariisotaa fi Saduuqoota keessaa baay'een isaanii cuuphamu'uuf gara isaa yoo dhufan yeroo argetti, akkana isaaniin jedhe, «Isin ijoollee boofaa nana! Dheekkamissa dhufuu jalaa akka baataniif eennutu ufi isin eeggachiise?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yohaannis Fariisaayotaa fi Saduqoota hedduu cuuphamiisaaf gara isaa dhufiisatti jiranu yennaa dhagge, «Isin ilmaan buuti'ii! Akka isin mufii Waaqaa ta isinitti dhufaartu jalaa baqattanu eennutti isinitti hime?