Matthew 3:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Cubbuu teessan irraa akka deebitane waan mudhisu tolcha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aani daba iraa deebianiini baasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Midhaan cubbuu irraa deebi'uu teessan agarsiisu baasaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu waan cubbuu irraa deebi'uu keessan mudhisu hojjadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu cubbuu irraa deebi'uu keessan waan mudhisu hojjadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegasuu gara Waaqaa deebi'uu keessan hujii muldhisu hojjadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Cubbuu teessan irraa akka deebitane waan mudhisu tolcha'a.