Matthew 4:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus hidhama Yohaannisii yennaa dhage'e, gara Galiila'aa deebi'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka Yohana qabani d'ageennaani Yesoni Galilayati deebie.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka Yoh. aannis qaban dhageennaan Yesus Galiilaatti deebi'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus akka Yohaannis dabarfamee kenname hennaa dhagaye gara Galiila'aa deeme.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus akka Yohaannis dabarfamee kenname hennaa dhagaye, gara Galiila'aa deebi'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus hidhamuu Yohaannisii yeroo dhagayetti, gara arddii Galiila'aa ni deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus hidhama Yohaannisii yennaa dhage'e, gara Galiila'aa deebi'e.