Matthew 4:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni Isaayaasiin raagichi raagee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka wonti raagi Isayani jed'e guutamtu ta,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tulleen akka wantii raagii Isaayaas ta,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti Isaayyaas raattichi raage,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti Isaayyaas raattichi raage,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee ka ta'e, nabiyyichi Isaayaas akkana jechu'uun dubbiin raagaa ka dubbate, akka raawwatamuuf,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni Isaayaasiin raagichi raagee,