Matthew 4:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa sanii jalqabee Yesuus, “Mootummaan Waaqaa waan dhikaatteef, cubbuu teessan irraa deebi'a'a!” jedhee lallabiisa jalqabe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga guyya suniti Yesoni odu dansa odeese waan jed'e, Daba iraa deebia, Finni gubba ya d'iaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaa sunii jalqabee Yesus, “Mootummaan Waaqaa ya dhi'aattee Cubbuu irraa deebi'aa!” jedhe. Oduu dansaa haasa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san irraa kaasee Yesuus, «Jeennanni sami'ii waan dhiyaatteertuuf cubbuu irraa deebi'aa'a!» jedhee lallabuu jalqabe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san irraa kaasee Yesuus, «Jeennanni sami'ii waan dhiyaatteertuuf, cubbuu irraa deebi'aa'a!» jedhee lallabuu jalaqabe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanii jalaqabee Yesus, «Mootummaan Sami'ii dhiyaatee jirttiitii, gara Waaqaa deebi'aa!» jedha'aa, lallabuu jala ni qabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa sanii jalqabee Yesuus, «Mootummaan Waaqaa waan dhikaatteef, cubbuu teessan irraa deebi'a'a!» jedhee lallabiisa jalqabe.