Matthew 4:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus isaaniin, “Na hordofa'a! Ani guurtuu namaa isin tolcha” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan worraani jed'e, Na gula koota, anini guurtu nama isani tolcha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii warra yaamee, “Na gula koottaa! Anin guurtuu namaa isan tolchaa” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus isaaniin, «Na faana koottaa'a! Ani worra namoota qabdan isin taasisaa» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus isaaniin, «Na faana koottaa'a! Ani worra namoota qabdan isin taasisaa» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Kootaa ana horddofaa, akkuma qurxummii qabdanitti, namoota'llee akka wolitti naa qabddan isin ni taasisa» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus isaaniin, «Na hordofa'a! Ani guurtuu namaa isin tolcha» jedhe.