Matthew 4:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus guyyaa afurtamaa fi halkan afurtama laameen duuba beelote.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya afurtamatifi halkani afurtama sagale male tae, jennaani beelae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii guyyaa afuratamaatii fi halkan afurtamaa sagalee malee taa'ee jennaan, beela'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni haga guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaa soomeen maayessa hin beelaye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaa haga soomeen maayessa hin beelaye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achitti'llee guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaa eega soomeen duubatti, ni beelaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus guyyaa afurtamaa fi halkan afurtama laameen duuba beelote.