Matthew 4:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan yennuma san caccoota ifii lakkisaanee isa hordofane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojuma suni t'urura lakisani isa gula yaani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoma sun xuruuraa lakkisanii isa gula yaa'an.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoma san siiboo ufii dhiisanii isa faana deeman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yomasan siiboo ufii dhiisanii isa faana deeman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee bakkumatti tabbaarrii isaanii dhiisanii, isa ni horddofaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennuma san caccoota ifii lakkisanee isa hordofane.