Matthew 4:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus manoota waaqeffannaa Yihudootaa keessatti barsiisaa, Oduu Gammadaa ta marroo mootummaa Waaqaa lallabaa, dhibe'ee fi dhukkuba adda addaa mara irraa kolbaa fayyisaa Galiilaa duudii keessa deddeeme.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni Galilaya ch'ufa keesa dedeeme Maneeni Waaqa iti kad'atani keesati nama barsiise, Odu Dansa ta Finna odeese, d'ukubafi miid'ama gosa ch'ufa nama fayyise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus lafa Galiilaa cufa keessa dedeemee manneen Waldeennaa keessatti nama barsiisee, oduu dansaa mootummaa Waaqaa himee, dhukkubaa fi dhibee cufaa nama fayyise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus manniin sagada Yihuudotaa keessatti barsiisa'aa, Dubbii Nagayaa waan jeennata Rabbii lallaba'aa, dhibe'ee fi dhukkuba adda addaa maraa irraa banii fayyisa'aa Galiilaa maraa keessa naannaya'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee manniin sagada Yihuudotaa keessatti barsiisa'aa, Oduu Nagayaa waan jeennata Rabbii lallaba'aa, dhibe'ee fi dhukkuba adda addaa maraa irraa banii fayyisa'aa Galiilaa maraa keessa deddeeme.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee bakkeewwan woligayi'ii titti, isaan ni barsiisaa fi gammachuu dubbii Mootummaa Waaqaa'llee lallaba'aa, dhukkuba adda addaatii fi dhibe'een namoota qabaman fayyisa'aa, arddii Galiila'aa mara keessa ni naanaya ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus manoota waaqonfannaa Yihudootaa keessatti barsiisaa, Oduu Gammadaa ta marroo mootummaa Waaqaa lallabaa, dhibe'ee fi dhukkuba adda addaa mara irraa kolbaa fayyisaa Galiilaa duudii keessa deddeeme.