Matthew 4:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba gumiin hedduun Galiilaa irraa, Qachaa qachoota Kudhan jedhamu irraa, Yerusaalem irraa, Yihudaa irraa, Yordaanosiin gamalle'ee isa hordofane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini guddooni ta Galilayatiifi ta dira kud'ani, ta Yerusalemutiifi lafa Yahuditiifi ta d'aatu Yordani keesa ch'ufti isa gula yaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumiin guddoon dira kudhanii, ta Galiilaa, ta Yerusaalemii lafa Yihudatii fi ta gama Yordanos keessaalleen cuftii kaatee isa gula yaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa gumiin hedduu Galiila'aa, qachaa qachoota kudhanii jedhamu keessaa, Yerusaalemii, Yihuuda'aa fi Yoordaanosiin gamaallee baniin hedduu isa faanaa deeman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa gumiin hedduun Galiila'aa, qachaa qachoota kudhanii jedhamuu keessaa, Yeruusaalemii, Yihuuda'aa fi Yoordaanosiin gamaallee baniin hedduu isa faanaa deeman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Arddii Galiila'aatii fi magaalaawwan kurnan irraayyuu, Yerusaalemii fi Yihudaa, laga Yoordaanosiitiin gamaa'llee namoonni dhufan baayi'een, Yesusiin ni horddofaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba gumiin hedduun Galiilaa irraa, Qachaa qachoota Kudhan jedhamu irraa, Yerusaalem irraa, Yihudaa irraa, Yordaanosiin gamalle'ee isa hordofane.