Matthew 4:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Seexanni gara Qachaa Woyyichaa gara Yerusaalemii Yesuus geessee, qaccee guutuu Galma Waaqaa gubbaa isa dhaabbachiisee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Sheet'ani Dira Qulqullo isa geese, fiit'e Mana Waaqa gubba isa kaye,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan sheexanii dira Qulqulloo isa geessee, fiixee mana Waaqaa gubbaa isa baasee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa daabiloos Yesuusiin gara qachaa woyyitti'ii fidee ginnoo mana woyyuu gubbaa irra akka dhaabatu godhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa daabiloos Yesuusiin gara qachaa woyyitti'ii fidee, Ginnoo mana woyyuu gubbaa irra akka dhaabatu godhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti'llee sheexanni Yesusiin gara Magaalaa Qulqullittii, gara Yerusaalemii fidee, baaxii Mana Waaqeffanna'aa irra ni dhabachiiseen,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Seexanni gara Qachaa Woyyichaa gara Yerusaalemii Yesuus geessee, qaccee guutuu Galma Waaqaa gubbaa isa dhaabbachiisee,