Matthew 4:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Seexanni gaara dheeraa tokko gubba'atti isa baasee, mootummoota biyya lafaa mara, ulfinna isaanii mara woliin itti mudhisee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Sheet'ani gaara gudda toko isa korsiise, guddinna lafa ch'ufaafi dansooma isii agarsiise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee sheexanii gaara guddaa tokko isa korsiisee, guddinna lafa cufaatii fi dansooma isii garsiisee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee daabiloos gaara dheeraa tokko gubba'atti ol isa baasee, Mootolee biyya lafaatii fi ulfinna isaaniillee itti mudhisee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammallee daabiloos gara gaara dheeraa tokko gubba'atti ol isa baasee, Mootoolee biyya lafaatii fi ulfinna isaanillee itti mudhiseeti,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Deebi'ee'llee sheexanni Yesusiin gara gaara haalaan ol fagaatuu irra baaseenii, mootummoota biyya lafaa maraa ulfinna isaanii woliin itti muldhiseeti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Seexanni gaara dheeraa tokko gubba'atti isa baasee, mootummoota biyya lafaa mara, ulfinna isaanii mara woliin itti mudhisee,