Matthew 4:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Gad jiddee yoo anaaf sagadde, waan kana maraa si'iif hin kenna” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan jed'eeni, Waan kana ch'ufa anini sii kenna, yo atini gadi jette na guddifte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Yo atin gad jettee naa sagadde waan kana cufaa anin sii kenna” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Yoo kuftee naa sagadde, kana maraa sii kenna» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Yoo kuftee naa sagadde, kana maraa sii kenna» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Kufttee yoo anaaf sagadde kana maraa siif ni kenna» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Gad jiddee yoo naaf sagadde, waan kana maraa si'iif hin kenna» jedheen.