Matthew 5:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus yennaa gumii hedduu dhagge, gaaratti ol bayee tee'e; barattooti isaalle gara isaa dhufane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni gumi arginaani gaara kore gubba tae. Jennaani jari isaa gara isaa d'ufe,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus gumii arginaan gaara koree gubbaa taa'e. Jennaan jarii isaa gara isaa dhufee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus hennaa gumii hedduu arge gaara irra ol bayee taa'e; darasoonni gara isaa dhufan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus hennaa gumii hedduu arge, gaara irra ol bayee taa'e. Darasoonnillee gara isaa dhufan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus ummata isa horddofu baayi'ee yeroo argetti, gara gaaraa bayee ni taa'e, barattoonni isaa'llee gara isaa ni dhiyaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus yennaa gumii hedduu dhagge, gaaratti ol bayee tee'e; barattooti isaalle gara isaa dhufane.