Matthew 5:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri balchumma'aaf miidhamu gammaduu; mootummaan Waaqaa ta isaanii ti!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ayyaana worra d'ugaafi gaargalchani: Finni gubbaa ka worraati!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii dhugaaf gaargalchan ka badhaadhe, mootumaan Waaqaa ta warraatii!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri qajeellumma'aaf ari'aman worra eebbifame; Jeennanni sami'ii ta isaanii waan taateef!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri qajeellumma'aaf ari'aman worra eebbifame; Jeennanni sami'ii ta isaanii waan taateef!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee qulqullaayomaatiif worri ari'aman, Mootummaan Sami'ii ta isaanii waan taateef, ka eebbifaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri balchumma'aaf miidhamu gammaduu; mootummaan Waaqaa ta isaanii ti!