Matthew 5:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan raagota worra isiniin duraatuu akkasuma miidhane. Gatiin teessan ol-gubba'atti guddoo waan teeteef, gammada'aatii ilillisa'a” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja suni gammada, qilit'ama, gatiini teesani ta gubba jirtu waan guddo. Akuma kana raagoota duri gaargalchani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo sun gammadaa qiliixamaa; gatiin teessan ta gubbaa jirtu waan guddoo, marroo raagoota duriillee akkuma kana gaargalchaniifi” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan raattota isiniin duraatuu akkasuma ari'aa turan. Gatiin keessan waan samii gubba'atti guddaa ta'eef, gammadaa ililfadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan raattota isiniin duraatuu akkasuma ari'aa turan. Gatiin keessan samii gubba'atti guddaa waan ta'eef, gammadaa ililfadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mootummaa Waaqaa titti gatiin argattan guddaa waan ta'eef gammadaa, ilili jedhaa'llee. Isiniin durana worra turan nabiyyoota irra'llee akkuma kana ari'amu'uu fi rakkinni'llee isaan irra gayee jira.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan raagota worra isiniin duraatuu akkasuma miidhane. Gatiin teessan ol-gubba'atti guddoo waan teeteef, gammada'aatii ilillisa'a» isaaniin jedhe.