Matthew 5:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Isin ifa biyya lafaa ti. Qachaan gaara gubba'atti ijaarame dhokatiisa hin dande'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani ifsa lafaati. Diri gaara gubba jiru indaatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan ibsee lafaati, dirii gaara gubbaa jiru hinda'atu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin ifa adunya'aati. Qachaan gaara gubbaa jirtu dhokachuu hin dandeettu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Isin ifa adunya'aa ti. Qachaan gaara gubbaa jirtu dhokachuu hin dandeettu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Isin ifa biyya lafaati, magaalaan Gaara irratti ijaaramtte dhokachu'uuf hin dandeettu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin ifa biyya lafaa ti. Qachaan gaara gubba'atti ijaarame dhokatiisa hin dande'u.