Matthew 5:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Eennulle ifa issee, akka nama mana keessa jiru maraaf ifa kennu, waan ifi irra keyamu irra keya malee, gonbisoo jala hin keyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ifsa bobeesani qori iti ingombisani, ammo olfannisani, aka nami mana keesa jiru ch'ufti argu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ibsee bobeessanii qorii itti hingombisani, akka namii mana keessa jiru cuftii argu olfannisan” jedeen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni ifaa ibsanii akka nama mana keessa jiru maraaf ifutti waan ifaan irra kaayamu irra kaayan malee gonbisoo jala hin kaayan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni ifaa ibsanii, akka nama mana keessa jiru maraaf ifutti, waan ifaan irra kaayamu irra kaayan malee, gonbisoo jala hin kaayan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni ibisaa ibssanii mana keessa worra jiran maraaf akka ifuuf, bakka ol fugaatu irra ni kaayan malee, ginboolaa jala hin kaayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eennulle ifa issee, akka nama mana keessa jiru maraaf ifa kennu, waan ifi irra keyamu irra keya malee, gonbisoo jala hin keyu.