Matthew 5:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma akka kolbaan hujii dansaa teessan dhaggitee Abbaa keessan ka ol-gubbaa jiru ulfeessitu, ifi keessan nama duudii duratti ifuu ti” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasuma ifsaani keesani ha nama durati ifsu, aka hujiini teesani dansaani mullatte Abba keesani ka gubba jiru guddisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Akkasuma ibseen teessan ha nama duratti ibsituu, akka hujiin teessan dansaan mullattee Abbaa keessan ka gubbaa jiru guddisan” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujii mishaa keessan arganii akka Abbaa keessan ka samii jiru kabajjan ifni keessan nama maraa afo'otti haa ifuu» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hujii mishaa keessan arganii, Abbaa keessan ka samii jiru akka kabajjan, ifni keessan nama maraa afo'otti haa ifuu» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana namoonni hujii keessan mishaa laalanii, Abbaa keessan ka sami'ii akka galateeffataniin, ifin keessan'llee namoota duratti haa ifu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma akka kolbaan hujii dansaa teessan dhaggitee Abbaa keessan ka ol-gubbaa jiru ulfeessitu, ifi keessan nama duudii duratti ifuu ti» jedheen.