Matthew 5:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Ani Seeraa fi barsiisa raagotaa diigiisa dhufe hin seyina'a. Ani barsiisa isaanii muummessiisaa dhufe malee, diigiisaaf hin dhunne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan anini barsiisa Seeratiifi ta raaga balleesu d'ufe insehiina. Anini aka balleesu ind'umne, ammo aka qit'eesu d'ufe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Waan anin barsiisa seeraatii fi ka raagaa balleessuu dhufe hinse'inaa. Anin akka balleessuu hindhumnee, akka qixxeesuuf dhufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani waan seeraa fi waan raattonni barsiisan diigu'uuf dhufe hin seeyinaa'a; raawwachu'uuf dhufe malee diigu'uuf hin dhufne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ani waan seeraa fi waan raattonni barsiisan diigu'uuf dhufe hin seeyinaa'a. Raawwachu'uuf dhufe malee, diigu'uuf hin dhufne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dabalee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Seera waadaa duraaniitii fi barsiisa nabiyyootaa diigu'uuf ka dhufe isinitti hin fakkaatin, ani raawwachu'uu fi taasisu'uuf'llee dhufe malee, isaan diigu'uuf hin dhufnne.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Ani Seeraa fi barsiisa raagotaa diigiisa dhufe hin seyina'a. Ani barsiisa isaanii muummessiisaaf dhufe malee, diigiisaaf hin dhunne.