Matthew 5:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre kennansa keeti Waaqaa dhikeessiisaaf addee ciincaa itti ciincessanutti fiddee, waan obboleessi keeti sitti quuqameeru yoo qaabatte,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi yo aka galata kanke Waaqa baaftu, fulla sorio iti qalani d'ufte, ka aka oboleesi kanke si inquumne qaabatte, fulla sorioti kai,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf yo akka galata Waaqaa galchitu, fulaa sooriyoo itti qalan dhuftee, akka obbooleessii kankee garaa keessa si hinquumne qaabattee, fulaa sooriyoo sunitti,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu kennaa kee ka Rabbii kennitu hennaa mi'a kenna'aa irratti dhiyeessitu, obboleessi kee akka si komate yoo yaadde,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu kennaa kee ka Rabbii kennitu mi'a kenna'aa irratti hennaa dhiyeessitu, obboleessi kee akka si komate yoo yaadde,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf ati kennaa kee furdda irratti Waaqaaf yeroo dhiyeesitutti, obboleessi kee ka sitti gadde jiraachuu isaa yoo yaadatte,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre kennansa keeti Waaqaa dhikeessiisaaf addee ciincaa itti ciincessanutti fiddee, waan obboleessi keeti sitti quuqameeru yoo qaabatte,