Matthew 5:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani dhugumaan sitti hima, waan sitti murame keessaa saantimiin cadduulle adoo hin hafin haga kaffaltutti ijjumaa hin baatu” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uguma, waan anini siini jed'u, hid'aansa keesaa imbaatu haga beese ch'ufa baaftuuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhugumaa, waan anin siin jedhuu, haga beessee cufa baaftuutti hidhaansa keessaa hinbaatu” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani dhugamaan siin jedha, waan sitti murame keessaa saantibiin cabduunillee uduu hin hafin haga kaffaltutti sirimaa hin baatu» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ani dhugamaan siin jedha, waan sitti murame keessaa saantimiin cabduunillee uduu hin hafin haga kaffaltutti sirimaa hin baatu» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhugaa siin jedha, ka sitti murttaaye saantibii muumme'ee kafalttee haga xumurttutti, gonkumaa achii hin baatu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dhugumaan sitti hima, waan sitti murame keessaa saantimiin cadduulle adoo hin hafin haga kaffaltutti ijjumaa hin baatu» jedhe.