Matthew 5:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “ ‘Hin gaarayyeefatin’ akka jedhame dhageettaneertan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duri, ya d'ageettani, waan jed'ani, d'iirafi nad'eeni wolbarate gaarayu woliini intolfatini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Malaa akka durii ‘gaarayyuu hinbaratinaa’ jedhan ya dhageettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammallee akkana jedhe, « ‹Hin seebarin› akka jedhame dhageettaniirtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus, « ‹Hin seebarin› akka jedhame dhageettaniirtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aanssee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Hin Sagaagalin! Akka jedhame dhageettanii jirttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, « ‹Hin gaarayyeeffatin› akka jedhame dhageettaneertan.