Matthew 5:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani ammoo isinitti hima: nami ila halcha'aatiin dubartii ilaale, gadhaa ifii keessatti isii gaarayyeeffateera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan anini isaniini jed'u, Nami d'araani nad'eeni millatu yayu garaa ufi keesati waan hamtu tolche.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo waan anin isaniin jedhuu namii dharraan nadheen millatu yaayyuu garaa ufii keessatti waan hamtuu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ammo akkana isiniin jedha, ‹namni ija hawwi'iitiin dubartii laale, garaa ufii keessatti isii woliin seebareera.›
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani ammoo akkana isiniin jedha, namni ija hawwi'iitiin dubartii laale, garaa ufii keessatti isii woliin seebareera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani garuu, ‹dubarttii laalee ka isii hawween marrinuu, yeroo san onnee isaa titti, isii woliin sagaagale› isiniin jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo isinitti hima: nami ila halcha'aatiin dubartii ilaale, gadhaa ifii keessatti isii gaarayyeeffateera.