Matthew 5:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Ammalle, ‘Dharaan hin kakatina'a; waan Gootta'aaf kakattane ammoo godha'a’ akka worra duriitiin jedhame isin dhageettaneertan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle, ya d'ageettani aka worra duritiini, D'araani inkakhatiini, ammalle kakhu tante Waaqa durati guuti jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Akka warra duriitiin, ‘Dharaan hinkakatinaa’ jedhan, ammallee ‘akka kakuu teessan Waaqaa duratti guutaa’ jedhan ya dhageettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee worra duraatiin, ‹Sobaan hin kakatinaa'a; waan Goofta'aaf kakattan ammo raawwadhaa'a› akka jedhame dhageettaniirtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ammallee, worra duraatiin, ‹Dharaan hin kakatinaa'a; waan Goofta'aaf kakattan ammoo raawwadhaa'a› akka jedhame dhageettaniirtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Akkuma kana namoota durssaniif'llee, ‹dharaan hin kakatinaa, garuu kakuu keessan Goofta'aaf raawwadhaa!› ka jedhame, dhageettanii jirttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Ammalle, ‹Dharaan hin kakatina'a; waan Gootta'aaf kakattane ammoo godha'a› akka worra duriitiin jedhame isin dhageettaneertan.