Matthew 5:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri gadde gammaduu; Waaqi isaan hin jajjabeessa!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ayyaana worra lalefatu: Waaqi garaa worra jabeesa!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii waan hamtuu laaleffatu ka badhaadhe, Waaqii garaa warraa jabeessaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri gaddan worra eebbifame; jajjabeenna waan argataniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri gaddan worra eebbifame; jajjabina waan argataniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni jajjabinna waan isaanii kennuuf, worri gaddan ka eebbifaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri gadde gammaduu; Waaqi isaan hin jajjabeessa!