Matthew 5:42 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nama si kadhatuuf kenni; nama si irraa liqeeffatiisaaf barbaadu hin dhooggatin” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama wo si kad'atu kenni; ka wo liqefatu ind'owatiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama wa si kadhatuu kenni; ka wa si liqeefatuu indhowwatin” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka waa si kadhatee kenni; ka si irraa liqeeffachu'uuf barbaadu jalaa hin miliqin.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka waa si kadhatee kenni; ka sirraa liqeeffachu'uuf barbaadu jalaa hin miliqin.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka si kadhatuuf kenni, si irraa liqeeffachuu ka barbaaduuf, dide hin jedhaniin.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama si kadhatuuf kenni; nama si irraa liqeeffatiisaaf barbaadu hin dhooggatin» jedhe.