Matthew 5:45 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tana yoo gootane ijoollee Abbaa keessan ka ol-gubba'aa hin teetan; inni aduu ifii worra hama'aa fi dansa'aafille hin baasa; worra balchootaa fi balchoota hin te'iniifille hin roobisiisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka isani ilmaani Abba keesani ka gubba jiru taatani. Inni adu nama hamamafi dadansale baase, bokayale nama d'ugatiifi nama d'arale rooba.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii aduu nama hamaamaa fi dadansaallee baaseetti, bokkaallee nama qajeelaa fi nama qajeelaa hinta'iniillee rooba.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana yoo raawwattan, Abbaa keessan ka samii jiruuf ijoollee ni taatan. Inni hamootaa fi worra mishaawwaniif'llee aduu ni baasa, akkuma kana qulqullaayotaa fi worra hamaa hojjataniif'llee rooba ni roobisisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tana yoo gootane ijoollee Abbaa keessan ka ol-gubba'aa hin teetan; inni aduu ifii worra hama'aa fi dansa'aafille hin baasa; worra balchootaa fi balchoota hin te'iniifille hin roobisiisa.