Matthew 5:47 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan teessan callaa nageya o'aa yoo fuutane, worra dhibii caalaa isin maan gootane? Worri Yihudoota hin te'inille sanuma godhan!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo oboleyaani teesani ch'alla nagaya fuutani, nama d'ibi maaniini ira jirtani? Worri Waaqa imbeenneleeni akasuma tolchaniti?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo obbooleeyyan teessan callaa nagaa fuutan, nama dhibii maan irra jirtan? Warrii Waaqaa hinbeenneelleen akkasuma tolchani!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo obboleeyyan teessan callaa nagaya oo'aa gaafattan, worra kaawwaniin maali'iin adda taatan? Worri Yihuudota hin taanellee akkanuma godhaniimii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan teessan callaa nagaya oo'aa yoo gaafattan, worra kaawwaniin adda taataniimii? Worri Yihuudota hin taane akkanuma godhaniimii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Obbolummaa keessan qofa nagaya ka gafattan yoo ta'e, waan caalmaya qabu maal raawwattan? Ummanni Waaqa dhuga'aa titti hin amanneeyyuu kanuma ni raawwataa mitii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan teessan callaa nageya o'aa yoo fuutane, worra dhibii caalaa isin maan gootane? Worri Yihudoota hin te'inille sanuma godhan!