Matthew 5:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Worri balchummaa beelotuu fi dheebotu gammaduu; Waaqi isaan hin quussa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ayyaana worra d'ugaa jed'e beelae d'eebotu: worra akana kana inquufsani!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii qajeelumaa jedhee beela'ee dheebotuu ka badhaadhe, warrii akkanaa inquufaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Worri qajeellummaa beelayanii fi dheebotan worra eebbifame; waan quufaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Worri qajeellummaa beelayanii fi dheebotan worra eebbifame; waan quufaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qulqullaayoma worri beelayanii fi worri dheebotan waan quufaniif, ka eebbifaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri balchummaa beelotuu fi dheebotu gammaduu; Waaqi isaan hin quussa.