Matthew 5:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri namaaf mararfatu gammaduu; Waaqi isaaniif hin mararfata!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ayyaana worra naasu qabu: worra kana inahani!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii naasuu namaa qabuu ka badhaadhe, warraa ina'anii!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri namaa araaraman worra eebbifame; Rabbi waan isaanii araaramuuf!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri namaa dhiifama godhan worra eebbifame; Rabbi waan isaanii araaramuuf!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhiifama waan argataniif, dhiifama worri taasisan ka eebbifaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri namaaf mararfatu gammaduu; Waaqi isaaniif hin mararfata!