Matthew 5:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri gadhaa qullu'uu gammaduu; isaan Waaqa hin dhaggan!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ayyaana worra garaa qulqullo qabu: Waaqa inargani!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii garaa qulqulloo qabuu ka badhaadhe, Waaqaa inargaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri yaanni garaa isaanii qulqulluu ta'e worra eebbifame; isaan Rabbiin waan arganiif!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri yaanni garaa isaanii qulqulluu ta'e worra eebbifame; isaan Rabbiin waan arganiif!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqa waan arganiif worri onnee qulqulluu qaban, ka eebbifaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri gadhaa qullu'uu gammaduu; isaan Waaqa hin dhaggan!