Matthew 5:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri nageya buusu gammaduu; isaan ijoolee Waaqaa hin jedhaman!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ayyaana worra nagaya tolchu: ilmaani Waaqa jed'aniini!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii nagaa tolchu ka badhaadhe, ilmaan Waaqaa jedhaniinii!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri nama wolitti araarsan worra eebbifame; isaan ijoollee Rabbii jedhamanii!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri nama wolitti araarsan worra eebbifame; isaan ijoollee Rabbii jedhamanii!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoota jiddu'utti araaraa fi nageenna worri buusan, ijoollee Waaqaa waan jedhamaniif, ka eebbifaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri nageya buusu gammaduu; isaan ijoollee Waaqaa hin jedhaman!