Matthew 6:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sagalee guyyuma guyya'aan nuu barbaachittu adha nuu kenni.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Liqimsa teenna ta arra nuu kenni;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Soora teenna ta ardhaa nuu kenni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nyaata adha nu barbaachisu adhuma nuu kenni.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nyaata adha nu barbaachisu adhuma nuu kenni.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nyaata keenna ka guyya'aa, adha nuuf kenni.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sagalee guyyuma guyya'aan nuu barbaachittu adha nuu kenni.