Matthew 6:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma nuuti worra nu yakkuuf araarannu, yakkaa teenna nuu araarami.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ch'ubbu teenna nuu araarami, akuma nuleeni nama nuti ch'ubbame araaramnu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Cubbuu teenna nuu araaraam, akkuma nulleen nama nutti cubbamee araaraamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma nu worra nu yakkuuf dhiifnu, yakka keenna nuu dhiisi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma nu worra nu yakkuuf dhiifnu, yakka keenna nuu dhiisi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma nu'llee worra nu miidhaniif dhiifama taasfnnu, balleessaa keenna nuuf dhiisi,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma nuuti worra nu yakkuuf araarannu, yakkaa teenna nuu araarami.