Matthew 6:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Hamaalessa irraa nu eegi malee, ataabe'etti nu hin galchin. [mootummaan, hunni, ulfinnille baruma baraan keetuma. Ameen]’ jedha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilaalacha nutiini ind'ufiini, ammo waan hamtu nuraa d'owi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ilaallachaa nuttiin hindhufini, waan hamtuu nurraa dhowwi; Ameen’ ” Jedhaa kadhadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hamaa jalaa nu oolchi, ataabe'etti nu hin galchin, [jeennanni, hunni, ulfinnillee baruma baraan keetii Amiin!]
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hamaa jalaa nu baasi ataabe'etti nu hin galchin, [jeennanni, hunni, ulfinnillee baruma baraan tanteeti Amiin!]
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hamaa jalaa nu baasi malee, gara qormaataa titti nu hin galchin, [Mootummaan, huminnaa fi ulfinni'llee, bara baraan keeti, Ameen.› »]
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hamaalessa irraa nu eegi malee, ataabe'etti nu hin galchin. [Mootummaan, hunni, ulfinnille baruma baraan keetuma. Ameen]› jedha'a.