Matthew 6:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Yoo isin yakkaa namootaaf araarattane, Abbaan keeessan ka ol-gubbaa jiru isiniif hin araarama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi yo isani wollaala namaa araaramtani, Abbaani keesani ka gubbaleeni isani araarama.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Yo isan wallaala namaa araaramtan, Abbaan keessan ka Waaqaa gubbaalleen isanii araaramaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin yoo yakka namootaa dhiiftan, Abbaan keessan ka sami'ii cubbuu keessan isinii dhiisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Yoo isin yakka namootaaf dhiiftan, Abbaan keessan ka sami'ii cubbuu keessan isinii dhiisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Balleessaa namootaatiif dhiifama yoo taasfttan, isaaniif'llee Abbaan keessan ka sami'ii, dhiifama ni taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Yoo isin yakkaa namootaaf araarantane, Abbaan keessan ka ol-gubbaa jiru isiniif hin araarama.