Matthew 6:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ati ammoo yennaa laantu, fuula keeti dhiqadhu, mataa keetille iffadhu!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo agabdu, fuula d'iqad'u, mata filad'u,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Atin ammoo yo agabdu fuula dhiqadhuu, mataa filadhu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati ammo hennaa soomtu fuula dhiqadhu; mataa keellee dibadhu; soomuun kee abbaa kee ka waan dhossa'aan hojjatamu maraa arguuf; ka biraa eennullee akka hin argine godhi! ka waan ati dhossa'aan hujju maraa argu gatii kee sii kenna»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ati ammoo hennaa soomtu, fuula kee dhiqadhu! mataa keellee dibadhu. Soomuun kee abbaa kee ka waan dhossa'aan hojjatamu maraa argutti malee, ka biraa eennullee akka hin argine godhi! ka waan ati dhossa'aan hujju maraa argu, gatii kee sii kenna» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ati garuu yeroo soomitutti fuula kee miicadhu, mataa kee'llee dibadhu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ammoo yennaa laantu, fuula keeti dhiqadhu, mataa keetille iffadhu!