Matthew 6:18 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf laamiisa keeti, Abbaa keeti ka addee dhokatte jiru qofatti beeka malee, worri dhibiin beekuu hin dande'u. Abbaan keetille, ka waan ati dhossa'aan hujju dhaggu, gatii teeti si'iif hin kenna” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka nami agabu tante inagarre; ammo Abba kanke ka d'ossa jiru ch'allati arga. Abbaani kanke ka waan d'ossani argu galata sii baasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka namii agabuu tantee hingarre; akka Waaqii dhossaa jiru callaan si argu! Abbaan kankee ka waan dhossaallee argu galata sii baasaa” jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
haaluma kanaan, soomuu kee Abbaa kee ka dhossa'aan jiru malee, ka bira'aa eennu'llee hin beeku. Ka waan dhossa'aan hojjatame argu Abbaan kee'llee, gatii kee siif ni kafala.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf laamiisa keeti, Abbaa keeti ka addee dhokatte jiru qofatti beeka malee, worri dhibiin beekuu hin dande'u. Abbaan keetille, ka waan ati dhossa'aan hujju dhaggu, gatii teeti si'iif hin kenna» jedhe.