Matthew 6:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa mara addee karri teessan jirtu gadhaan keessanille jira.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla horiini keesani jiru, garaani keesanileeni jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fulaa horiin keessan jiru garaan keessaniilleen jira” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee qabeenni keessan jiru garaan keessanillee jira waan ta'eef.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hulee qabeenni keessan jiru garaan keessanillee jira.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qabeenni kee bakka jirutti, onneen kee'llee achitti ni argama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa mara addee karri teessan jirtu gadhaan keessanille jira» jedhe.