Matthew 6:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
ilti teeti fayyaa yoo dhadde ammoo, nafi keeti duudiin dukkana te'a; ifi sitti jiru dukkana yoo te'e, dukkanti attam attam guddattu ree!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo ilti tante dansaa intahiini, nafi kanke ch'ufti indukanaa. Tanaafi yo ifsaani si keesa jiru dukanae, dukanti inguddatti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo yo iltii tantee dansaa hinta'in, naaf kee cuftii indukkanaa. Tanaaf yo ibseen si keessa jirtu dukkanoofte dukkantii in guddaatti” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijji tee yoo dhukkubsattuu taate ammo, nafti kee hoomaanuu dukkanaayaa ta'a; Eegasuu yoo ifni si keessa jiru dukkanaayaa ta'e, dukkanni sun attam attam gudda'aa!» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ijji tee yoo dhukkubsattuu taate ammoo, nafti kee hoomaanuu dukkanaayaa ta'a; Eegasuu ifni si keessa jiru dukkanaayaa yoo ta'e, dukkanni sun attam attam gudda'aa!» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ijji kee fayyaalessa ta'uu yoo dhabaatte garuu, qaaminni kee marri dukkana ni ta'a. Eegaa ifin isin keessa jiru dukkana yoo ta'e, dukkanni hoo attam ka caalu ta'inna!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ilti teeti fayyaa yoo dhadde ammoo, nafi keeti duudiin dukkana te'a; ifi sitti jiru dukkana yoo te'e, dukkanti attam attam guddattu ree!» jedhe.