Matthew 6:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“‘Marroo woya'aa maaf yaaddan ree? Daraaroti attam akka guddatanu ilaala'a; isaan hin hujatanu yookiin woyaa ifiif hin dhowatanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maafi waan uyifattani d'ind'insitani? Aka daraaraani oobru bahu herega; inni inhojatu yokhaani woya ind'aatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maaf waan uyyifattan dhindhistan? Me akka daraaraan diidaa ba'u herregaa; innii hinhojjatu yokaan wayaa hindhatu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan uffataatiif maaf yaaddoftan? Abaaboon raasaa keessaa attamitti akka guddatan qalbi'iin laalaa'a; isaan hin hojjatan, hin dadhaban, jirbiillee hin fooyan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan uffataatiif maaf yaaddoftan? Abaaboon raasaa keessaa attamitti akka guddatan qalbi'iin laalaa'a, isaan hin hojjatan, hin dadhaban, jirbiillee hin fooyan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Akkuma kana waayee uffataatiif maali'iif sarddamittan? Abaaboonni raasa'aa attamitti akka guddatan mee laalaa isaan huji'iin hin dadhaban, hin fooyan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Marroo woya'aa maaf yaaddan ree? Daraaroti attam akka guddatanu ilaala'a; isaan hin hujatanu yookiin woyaa ifiif hin dhowatanu.