Matthew 6:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Te'uu malee, Solomooniin mootichinuu ulfinna ifii maraan daraarota san keessaa akka tokkochaa woyaa akka hin uffatin isinitti hima.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan anini isaniini jed'u, Solomonileeni guddinna ufi keesati woya aka daraara mid'aadu inuyifanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ammoo waan anin isaniin jedhu, Solomoonniilleen guddinna ufii keessatti wayaa akka daraaraa midhaaddu hinuyyifanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Solomoon mootiinuu uduu ulfinna guddaa qabuu, abaaboo sanniin keessaa akka tokkichaatittillee hin uffanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, Solomoon mootiinuu ulfinna guddaa uduu qabuu, Abaaboo sanniin keessaa akka tokkichaatittillee hin uffanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
garuu Solomoon'llee ulfinna isaa san maraan, isaan keessaa akka tokkoo titti hin uffanne, isiniin jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, Solomooniin mootichinuu ulfinna ifii maraan daraarota san keessaa akka tokkochaa woyaa akka hin uffatin isinitti hima.