Matthew 6:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Maarre, ‘Maan nyaanna?’ yookiin ‘Maan unna?’ yookiin ‘Maan uffanna?’ jedhaa hin yaadina'a;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi d'ind'insitani, Maani nyaanna yokhaani maani d'unna yokhaani maani uyifanna: injed'ina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf dhindhistanii, ‘Maan nyaanna? Maan dhunna? Yokaan Maan uyyifanna?’ jettanii hin yaada'inaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Maarre, ‹Maal nyaanna?› yookaan ‹Maal dhunna?› yookaan ‹Maal uffanna?› jedha'aa hin yaaddayinaa'a;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Maarre, ‹Maal nyaanna?› yookiin ‹Maal dhunna?› yookiin ‹Maal uffanna?› jedha'aa hin yaaddayinaa'a;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Kanaaf, ‹maal nyaanna? Maal dhuginna? Maal'llee uffanna?› jedha'aa, yaadu'uun hin sarddaminaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Maarre, ‹Maan nyaanna?› yookiin ‹Maan unna?› yookiin ‹Maan uffanna?› jedhaa hin yaaddayina'a;