Matthew 6:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dursa'aatii mootummaa Waaqaatii fi balchummaa isaa barbaada'a; tun martinuu isiniif hin kennanti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo qaraa fiit'e Finnafi d'uga isaa barbaada, duuba wonti kunini ch'ufti teesani taati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo qaraa fiixee qajeeluma moottumma Waaqaa barbaadaa, duuba waan isanii barbaachisaa cufaa isanii kennanii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin ammo duraan dursa'aatii jeennata Rabbiitii fi qajeellummaa soqaa'a; wonti kunniin maruu isinii eda'ama.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin ammoo duraan dursa'aatii jeennata Rabbiitii fi qajeellummaa soqaa'a; wonti kun martinuu isiniif eda'ama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin garuu, durssa'aatii Mootummaa Waaqaatii fi qulqullaayoma isaa'llee barbaadaa, wonitti hafe marrinuu isiniif ni dabalama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dursa'aatii mootummaa Waaqaatii fi balchummaa isaa barbaada'a; tun martinuu isiniif hin kennanti.