Matthew 6:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre marroo boruutiif hin yaadina'a; guyyaan boru ifiifuu yaaddoo isa gewu qaba. Rakkinni adhaa adhaaf hin geya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi waan bori ind'ind'insiina, waan bori, ha borumani ufi d'ind'insituti. Guyyaani ch'ufti gaargala ufi qaba.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf waan bor hindhindhinsinaa, waan bor, haborummaan ufi dhindhistuutii; guyyaan cuftii gaargala ufii qaba” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu waan boruutiif hin yaaddayinaa'a; guyyaan boruu ufiifuu yaada isa gawu qabaa; rakkinni adhaa adhaaf hin gaya.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu waan boruutiif hin yaaddayinaa'a; guyyaan boruu ufiifuu yaada isa gawu qabaa; rakkinni adhaa adhaaf hin gaya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Boru mataa isaatii ni sarddama, boruuf hin sarddaminaa, guyya'aan hammeenni isaatuu ni gayaan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre marroo boruutiif hin yaadayina'a; guyyaan boruu ifiifuu yaaddoo isa gewu qaba. Rakkinni adhaa adhaaf hin geya» jedhe.