Matthew 6:4 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre arjoom keeti dhossa'aan te'uu ti; Abbaan keeti ka waan ati dhossa'aan tolchitu dhaggu, gatii si'iif hin kenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka qarqaarsi kanke waan d'ossa tahu, duuba Abbaani kanke ka waan atini d'ossaani tolchitu argu galata si baasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka qarqaarsii kee waan dhossaa ta'uu, duuba Abbaan kee ka waan atin dhossaan tolchitu argu galata sii baasaa” jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa arjjoomnni kee dhossa'aan haa ta'u, dhossa'aan waan hojjatame ka argu Abbaan kee, gatii hujii kee misha'aa siif ni kafala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre arjoom keeti dhossa'aan te'uu ti; Abbaan keeti ka waan ati dhossa'aan tolchitu dhaggu, gatii si'iif hin kenna.