Matthew 6:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Tanaaf, yennaa daadimattanu, ‘Abbaa keenna ka ol-gubbaa jirtu, Maqaan keeti woyyoomuu;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aki kad'atani akana: Aabbo keenna ka gubba jirtu, maqa kanke qulqullo ha guddisani;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba yo kadhattan, ‘Abbaa keenna ka Waaqaa gubbaa jirtu; maqaa kankee qulqulloo ha guddisanii;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kanaaf hennaa Rabbiin kadhattan: Abbaa keenna ka samii jirtu, Maqaan kee haa woyyoomu;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Kanaaf, hennaa faateeffattan: Abbaa keenna ka samii jirtu, Maqaan kee haa woyyoomu;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf isin akkana jedha'aatii kadhadhaa, ‹samii ka jiraattu yaa Abbaa keenna, maqaan kee haa galateeffamu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tanaaf, yennaa daadimattanu, «‹Abbaa keenna ka ol-gubbaa jirtu, Maqaan keeti woyyoomu;